Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Oromonni Wallaga, Aanaa Ebantuu Magaalaa Qeelloo keessa jiraatan ukkamfamii bakka bu'an dhabame

(Madda Oduu ABO/MOA/Sadaasa 18,2009) Wayyaaneen hojii diinummaa Oromoo irraa qabaniin ilmaan Oromoo goolee Oromiyaa mara irraa sababaa Oromummaan walitti qabanii mana hidhaatti darbuun gochaa isaanii dhaabbataa tahuun beekamaadha. Haala kanaan ilmaan Oromoo naannoo Ebantuu magaalaa Qeelloo keessaa qabamanii bakka buuteen isaanii dhibame fi reebichaan mankaararsi humna hidhattoota  Wayyaaneen irra ga`aa jiru keessaa:

1/ Barsiisaa Warquu Tarrafaa Barsiisaa mana barumsaa  QEELLOO Giddu galeessaa  aanaa Eebantuu Magaalaa Qeelloo,
2/ Barataa  Habtaamuu Baqqalaa   Kutaa11ffaa Mana barumsaa Hindeesadarkaa olaanaa,
3/Barataa Qalbeessaa Dhufeeraa  Kutaa 9ffaaMana barumsaa Hindee
Sadarkaa olaanaa,
4/Barataa Taarikuu Galataa Kutaa 10ffaa Mana barumsaa Hindee sadarkaa olaanaa.
5/Barataa Zalaalam Abdiisaa Kutaa 10ffaa Mana barumsaa Hindee sadarkaa olaanaa mana barumsaa keessa humnaan ukkaafamanii Waajjiraa buufataa Poolisii Hindeetti  alkanii fi guyyaa hidhaa fi reebichi addaa addaa irraatti raawwatamaa jira.

Lukkeewwan kana Raawwachaa jiran bakka bu`un ajajaa fi qajeelafama hojii basaasaa fi tikaa Wayyaaneen/Ilmaan Tigirootaan itti kennameef kaneen Bariisotaa fi barattoota  Ilmaan Oromoo kana halkan mana barumsaa fi mana jireenya isaanii keessaa ukkamisanii qabanii hidhannii fi hisisaa jiran Sab-gantoota ergamtootaa diidaa:

1/Amsaaluu Bokoree Bareessaa  gandaa maagalaa Qeelloo kan ta`e,
2/Dachaasaa Galataa Basaasaa Wayyaanee kan ta`e dha.

MOA


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net